Oromo/Amharic Birth to 5 - Adeemsaaf Turtii Guddisa daa’immanii irratti (umurri 0-5) (0-5y) Separating
Early Childhood Family Education (ECFE) / Somali/Kubaxa/Kutaa barnoota Oromo/Ahmaric -
2025-2026 ECFE Semester 1
This is separating class (child and parent spend time together and apart).
Maatii fi daa’imman faarsuu, taphachuu fi barachuu dhan saa’ati wallin dabarsu. Maatiin wa’e guddina daa’immanii, mana barumsaaf qopha’uma isaanii, waan amala irratti jijjirama fidan, Amalaa fi walitti dhufenya obboleeyyaan. Guyyaa tokko fi lama maatii fi daa’imni daree keessatti ni argamu.
የልጅ አስተዳደግ ጀብዶች - (ከ 0-5 ዕድጫ ከልል) ልጆች እና ወላጆች በመዘመር፣ በመጫወት፣ እና በመማር የጋራ ጊዜ ያሰልፋሉ:: ወላጆች እና ልጆች፣ ሁለቱሞ የእንድ ቀን እና የሁለት ቀን ትሞህርት ይሳተፋሉ::
Caalaati hubachuf Atalech Worku bilbila 612.517.5721 quunnamaa. Amharige: 612.517.6001
Parent education will focus on child development, school readiness, temperament, guiding behavior and sibling relationships.
ECFE classes are priced on a sliding fee schedule based on family income. Please choose the fee that best fits your family budget.
A 10% surcharge will be added to fees for Non-Minneapolis residents.
For more information please call 612.517.5721 [Afaan Oromo] or 612.517.6001 [Amharic].
No Class Oct 17, Nov 28, Dec 26 & Jan 2
No Class Dec 22 & Dec 29