Skip to content

Oromo/Amharic Birth to 3rd Grade (For parents/caregivers of children 0-8y) Kutaa Afaan Oromoo dubbatu (waggaa 0-8) / የአማርኛ ተናጋሪ ክፍል (0-8 ዓመታት) Online


Early Childhood Family Education (ECFE) / Parent Only Classes -
2025-2026 ECFE Semester 1

This is an online Parent/Caregiver Only class.

Abbootiin Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa dubbatan maatii ijoollee kutaa 0-3 qabaniif marii warra toora interneetii irratti akka hirmaatan ni simannaa. Kottaa walitti hidhamiinsa uumuu, beekumsa warra ta'uu argachuu, fi gaaffii warraa mana ofii keessatti gaafachuu. 

ኦሮምኛ እና አማርኛ ተናጋሪ ቤተሰቦች ከ0-3ኛ ክፍል ያሉ ልጆች ላሏቸው ቤተሰቦች በመስመር ላይ የወላጅነት ውይይቶችን እንዲቀላቀሉ እንቀበላለን። ግንኙነትን ለመገንባት፣ የወላጅነት እውቀትን ለማግኘት እና የወላጅነት ጥያቄዎችን በራሳቸው ቤት ሆነዉ ለመጠየቅ ይምጡ። የቪዲዮ ጥሪውን ይቀላቀሉ https://meet.google.com/ggd- ወይም ይደውሉ 1 319-435-9055 PIN: 231 007 998#

Maatii fi daa’imman faarsuu, taphachuu fi barachuu dhan saa’ati wallin dabarsu. Maatiin wa’e guddina daa’immanii, mana barumsaaf qopha’uma isaanii, waan amala irratti jijjirama fidan, Amalaa fi walitti dhufenya obboleeyyaan. Guyyaa tokko fi lama maatii fi daa’imni daree keessatti ni argamu.

Caalaati hubachuf Atalech Worku bilbila 612.517.5721 quunnamaa. Amharige: 612.517.6001

Parent education will focus on child development, school readiness, temperament, guiding behavior and sibling relationships.

The instructor will contact registered families with the link. Please be sure your email and phone are current.

For more information please call 612.517.5721 [Afaan Oromo] or 612.517.6001 [Amharic].

b8OA OW 6 25F
Online
Wednesdays, Sep 10 - Jan 21
6:00 - 7:30 PM

  No Class Oct 15, Nov 26, Dec 24 & Dec 31


Su
M
Tu
W
Th
F
Sa

Max Age   9 yr.

$ 0.00
No cost